Yakki biyya tanatti raawwatamaa hinjirre silaa hinjiru. “Mucaa kichuun kuni Booranatti sababaa Poolisiin badii malee isa hidhee reebee fi haadha isaa lubbuun hinjirre bool’a keessatti arrabseef of ajjeese” jedhan. Kun oduu ijaa fi gurra namaa sururudha.

Yakki biyya tanatti raawwatamaa hinjirre silaa hinjiru. “Mucaa kichuun kuni Booranatti sababaa Poolisiin badii malee isa hidhee reebee fi haadha isaa lubbuun hinjirre bool’a keessatti arrabseef of ajjeese” jedhan. Kun oduu ijaa fi gurra namaa sururudha. Dhaloonni akkanatti ulee fi rasaasa qofaan osoo hintaane, arrabsoo fi doorsisaan balfamee, rakkoo Xiinsammuuf saaxilamee karaadhaa deebi’aa jira. Kun kan agarsiisu hammam abdiin dhalootaa akka dukkanaa’edha. Hammam safuun, haqnii fi seerri akka dhabamedha. Seenaan haadubbatu, dhugaa ilmoo guddattuu kanaa rabbi lafa hingodhin!

0 comments :

HOODLES

Gumbo beet greens corn soko endive gumbo gourd. Parsley shallot courgette tatsoi pea sprouts fava bean collard greens dandelion.

JACKETS & SUIT

Gumbo beet greens corn soko endive gumbo gourd. Parsley shallot courgette tatsoi pea sprouts fava bean collard greens dandelion.

SPORT SHOES