ODUU AMMEE Tplf Rakkoo hin baane keessa Galtee jirti Geetachoo Raddaa Ibsa Gabaabaa yeroo Kennaa turanitti Iddoowwan Lolli irratti Geggeefamu jedhaani
ODUU AMMEE Tplf Rakkoo hin baane keessa Galtee jirti
Geetachoo Raddaa Ibsa
Gabaabaa yeroo Kennaa turanitti Iddoowwan Lolli irratti Geggeefamu jedhaani
yeroo dubbatan Walqaayit Qobboo ,Waldiyaa ,fii magaalota hedduu lakkaa'a turam .
Har'a immoo irra deddeebi'udhaan Adiyaamboo,Assegida Stembal ,Zalambassaa,Shiree
,
Raamaa ,jira yeroo jedhu dhageenye . Akkuma ibsa isaa kanarraa hubannutti
Walumaa galatti Lolli Tigraay keessatti ta'aa akka jiru namatti akeeka. Lola
kanaan Duraa irratti achumarratti dhifnee itti deebina jechuudhaan Hanga Shawaa
roobit illee dhufanii turan har'a garuu faallaa dubbii isaa itti taate
Harkisanii dirree isaanitti geessan Amma Carraan iddoo biraat qabannaa oso taane
Akkamitti baanaa keessa jiran . Qabsoon Tplf yeroo Dhumaatiif akkasin
raawwachutti jirti hundaafu bullee laalla haalli qabatamaani fii dhugaan jirtus
kanuma . Dubbiin lolaa tun yoon akkanaan itti fufte rakkoodha kan jedhan warri
mootummoota gamtoomanii dubbatanii fii Waraanni Ertiraa achi keessaa hatattamaan
bahuu qaba kan jechaa jiraniif jalqaba akkasitti lola kana waan hin eeginiifi
malee nagaa buusuf yaadamee miti.
0 comments :