Adeeroo kheenya Dr. Art Ali birra Gumaacha isaanii fi Haala amma kheeysa jiran.

Adeeroo kheenya Dr. Art Ali birra Gumaacha isaanii fi Haala amma kheeysa jiran.

Adeeroo kheenya Dr. Art Ali birra Gumaacha isaanii fi Haala amma kheeysa jiran. Waahee Adeeroo Yoo Kaasan Nama Seenaan Isaanii dubbatamee dhumuu miti. keessattuu Roga Artii Afaan Oromootiin Gumaacha isaan godhan dhaloonni Qalama dahabaatiin barreessuu qabuudha. Adeeroon Nama Umrii Isaanii Waggaa 13 kaasee art Afaan Oromoo kheeysatti Walaleesaaa, Qindeessaa, Barreessaafi Sabboonaa (Nationalist) turan. Bara 1965 Yeroo Afaan Oromoo Raadiyoo Caba Ja’ametti Nama “Afaan Oromoo, hundee oromummaa” Jachuun akkasuma “ABC…. jannee khanaa khanumaan jalqabna Afaanuma khenyaan khatabne dubbisna”jachuun Bara Mootiin Haaylisillaasee kheeysatti Wallisan. Bara sun Haaylisilaaseen garee Isaanii “Hawwisoo” Afran qalloo Bara itti diige kheeysa ture Haayilisillaseen Kanis Hidhee,kaanis ajjeesee,kaanis Biyyaa baase ture Adeeroofi waahillan isaanii Afaan khanatti aarsaa hedduu Khafalanii Arra nuun gahan. Arra Afaan Oromoo Sadarkaa Addunyatti “University Stanford” kheeysatti Barsiisuu arguu caalaa maaltu nama gammachiisa Akkuma quba qabdan Adeeroo akka malee dhukkubaa akka jiru Hedduun kheeysan Quba Qabdan akkasuma Namoota qaamaan isaan dhaqee Gaafate irraahis akka dhageenyetti Sadarkaan dhukkuba isaanii Itti Hammaatuu himan. Akkasuma Namoonni Tokko tokko Oduu Qabatama hin qabne yeroo Wal jalaa fuudhanii hafarsaa jiran argaa jirra. Lakkii Adeeroon lubbuun nijiran Mee Adeeroo kheenya Rabbiin akka nuuf Fayyisu Namuu Afaan beeynuun akka Kanatii kheenyatti haa khadhannuuf Rabbiin Fayyaa Isaanii haa deebisuuf Legend Adeeroo Dr. Art Ali Birra

0 comments :

HOODLES

Gumbo beet greens corn soko endive gumbo gourd. Parsley shallot courgette tatsoi pea sprouts fava bean collard greens dandelion.

JACKETS & SUIT

Gumbo beet greens corn soko endive gumbo gourd. Parsley shallot courgette tatsoi pea sprouts fava bean collard greens dandelion.

SPORT SHOES

Gumbo beet greens corn soko endive gumbo gourd. Parsley shallot courgette tatsoi pea sprouts fava bean collard greens dandelion.