Miseensa Mana Maree Naannoo Somaalee fi miseensa Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhina kan taa'an Aadde Juuriyaa Mohaammad Ibraahim Buufata Xiyyaaraa Jigjigaa keessatti rasaasa miseensi qaamni nageenyaa tokko dhukaaseen rukutamuun lubbuun isaanii darbeera.

Oduu_Gaddaa! = = = = = = = = = Miseensa Mana Maree Naannoo Somaalee fi miseensa Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhina kan taa'an Aadde Juuriyaa Mohaammad Ibraahim Buufata Xiyyaaraa Jigjigaa keessatti rasaasa miseensi qaamni nageenyaa tokko dhukaaseen rukutamuun lubbuun isaanii darbeera. Dhimmichi qorannoo seeraa jala kan jiru yoo ta’u, sadarkaan itti aanu haala jiru qaama dhimmi ilaallatuun kan ibsamu ta’a. Lubbuun darbuu nama kanaaf eenyutu itti gaafatama jettu? hangaa yoomitti lubuun nama biyya kana keessatti bilaasha baddi yaada keessan nuun gaha.

0 comments :

HOODLES

Gumbo beet greens corn soko endive gumbo gourd. Parsley shallot courgette tatsoi pea sprouts fava bean collard greens dandelion.

JACKETS & SUIT

Gumbo beet greens corn soko endive gumbo gourd. Parsley shallot courgette tatsoi pea sprouts fava bean collard greens dandelion.

SPORT SHOES