Galmi Raayyaa Ittisa Biyyaa nageenya Ummataa eegsiisuudha. biyaa gaafa sarbamuu fi lammileen biyya isaa gaaf midhaman taa’ee ilaalu kan hin

Galmi Raayyaa Ittisa Biyyaa nageenya Ummataa eegsiisuudha. biyaa gaafa sarbamuu fi lammileen biyya isaa gaaf midhaman taa’ee ilaalu kan hin

Galmi Raayyaa Ittisa Biyyaa nageenya Ummataa eegsiisuudha .< Birmadummaan biyaa gaafa sarbamuu fi lammileen biyya isaa gaaf midhaman taa’ee ilaalu kan hin jaallanne gootichi Raayyaa Ittisa Biyyaa Ummataaf dhalatee Ummataaf kan jiraachaa jiru ta’uu isaa qabatamaan agarsiisee jira. Qophiin isaas shiftaa fi eergamtu biyya keessaaf osoo hin ta’iin dinoota keenya warra gurguuddoo ta’an karaa injifachuu danda’uun leenjii fudhachaa tureera. Itoophiyaa xuqee kan milkaa’ee hin jiru. Seenaa abbooti isaa irraa dhaaleen gotichi keenya dinoota isaa daaraa gochuun lafeef dhiga isaatiin nageenya Ummata isaa eeguuf kutannoo qabu qabatamaan agarsiisee jira.

0 comments :

HOODLES

Gumbo beet greens corn soko endive gumbo gourd. Parsley shallot courgette tatsoi pea sprouts fava bean collard greens dandelion.

JACKETS & SUIT

Gumbo beet greens corn soko endive gumbo gourd. Parsley shallot courgette tatsoi pea sprouts fava bean collard greens dandelion.

SPORT SHOES

Gumbo beet greens corn soko endive gumbo gourd. Parsley shallot courgette tatsoi pea sprouts fava bean collard greens dandelion.